buffer

kanaslaali : buffalo's offspring

Category:Afaan IngiliffaaAfaan Ingiliffaa

Category:Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • buffer

Hiika

  1. bafarii, kaartaa naannoo tokkoo halluun adda baasanii mul'isuu.
  2. paaraawulitii (sibiila makiinaan akka hin miidhamneef eegu)
  3. akka namni tokko hin miidhamnef nama yookiin waan isa eegu.
  4. naannoo mootummoota lama gidduu jiru kan akka Isaan waraana walirratti hin adeemsifneef daangeeffame
  5. jaarsa dulloomaa fi gowwaa ta'e.
Category:Afaan Ingiliffaa