programme

kanaslaali : program, programmer

Category:Afaan IngiliffaaAfaan Ingiliffaa

Category:Afaan Ingiliffaa

Xinjecha

  • programme

Hiika

  1. sagantaa televizyinii fi reediyoodhaan tamsaasamu
  2. karoora hojii
  3. Kitaabee xinnoo maqaa taatotaa fi sirbitootaa qabdu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'
Category:Afaan Ingiliffaa