framework
Category:Afaan IngiliffaaAfaan Ingiliffaa
Category:Afaan IngiliffaaXinjecha
- framework
Hiika
- caasaa waan tokko utubee iddootti isa qabu (fakk. caasaa sibiilaa kan riqichaa fi kkf)
- sirna hawaasaa
- yaadaa fi qajeelfamoota nami tokko murtii irra akka ga'u godhan.